Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:1 - Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti bulchiinsa Rooma'aa keessa namoonni jiran marrinuu akka laakayamaniif, nugusa Roomaa Awugusxosiin biraa ni labissaman.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Ji'oota san keessa biyyi lafaa maruu akka galmaayu mootii mootota Awugisxoosiin biraa ajanyi baye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Ji'oota san keessa biyyi lafaa maruu akka galmaayu mootii mootota Awugisxoosiin biraa ajanyi baye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:1
13 Referans Kwoze  

Nugufnni Rooma'aa Xibaariyos nugusa ta'ee woggaa kudha shanaffaa titti, pheenxenaawichi philaaxos bulichaa arddii Yihuda'aa ni ture, Heerodis bulichaa biyya Galiila'aa ni ture, akkuma kana obboleessi isaa Filiphoos bulichaa biyya Ixuriyaasii fi xiraakonidoos, Liisanyoosii fi bulichaa Abileene'ee ni turan,


Ummatoota maraaf ragaa akka ta'u Wongeelli Mootummaa Waaqaa kun, biyya lafaa maratti ni lallabama, yeroo sanitti muummeen isaa ni dhufa.»


Inni garuu dhimmichi nugusa Roomaatiin akka naaf laalamuuf barbaadee, gara nugusaa naa haa galu jechuu isaatiin haga garana isa ergutti, mana hidhaa akka turu ni ajaje» jedhe.


Amanttoonni kuunniin marri'llee keessummaanuu, maatiiwwan worra nugusa Roomaa ka ta'an, nagaya isinii ni dhiyeessan.


Maqaan amantii keessan biyya lafaa mara irratti waan dhagayameef, waan maraa durssee karaa Yesus Kristositiin, waayee mara keessaniitiif Waaqa kiyya ni galateeffadha.


Isaan keessaa'llee tokko Agaabos ka jedhamu ka'ee, biyya lafaa mara irratti beelli ol aanaan akka ta'u kakaasnssa Hafuura Qulqulluutiin raaga ni dubbate, kun'llee ka ta'e bara nugusa Rooma'aa Klaawudiiyosii titti ture.


balleessaa yoo ta'e yookiin balleessaa du'aan ana adabsiisu yoo raawwadhee jiraadhe du'a irraa haa hafu hin jedhu, garuu himannaan isaanii tasa yoo ta'e, eennu'llee isaaniif dabarssee ana kennu'uuf hin danda'u, ani garuu gara nugusa Rooma'aa naa haagalu jedhee jira» jedhe.


Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Gara biyya lafaa mara deemaa, nama mara wongeela barsiisaa.


Dhugamaan isiniin jedha, biyya lafaa mara bakka wongeelli kun itti lallabamu bakka kamittuu, kun wonitti isiin raawwatte yaadannoo isiiti'iitiif, ni dubbatamaaf.»


«Jedhi mee nutti himi, maal sitti fakkaata? Nugusa Rooma'aatiif gibira kafaluun, seera qabeessaa moo yookiin miti?»


Kanaaf tokko tokkoon namaatuu maqaa isaa galmeesisiisu'uuf, gara biyya dhaloota isaa ni deema ture.


Galmeefamu'uuf ka deeme'llee ulfoofttee ka turtte, qaadhimaa isaa Maariyaamiin woliin ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite