Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4 - Waadaa Haarawa

4 Yeroo maraa Goofta'aan gammadaa, dabalee'llee, «Gammadaa!» jedha.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a. Ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a; ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4
18 Referans Kwoze  

Abddi'iin gammadaa, yeroo rakkinnaa titti obissaa, yeroo maraa kadhadhaa.


Muummee irratti'llee yaa obboleeyyan! Goofta'aan gammadaa, waan asiin durana isiniif barreesse san irra deebi'ee uduu isiniif barreessee ana hin hifachiisu, isin garuu dogoggora irraa isin eegu'uuf ni danda'a.


Mootummaa Waaqaa titti gatiin argattan guddaa waan ta'eef gammadaa, ilili jedhaa'llee. Isiniin durana worra turan nabiyyoota irra'llee akkuma kana ari'amu'uu fi rakkinni'llee isaan irra gayee jira.»


kana irra ulfinni Kristosii yeroo itti mulidhatutti haalaan akka gammaddan, haguma qoodamtoota rakkinna isaa taataniitiin, gammadaa.


Gara halkan qixxee titti, Phaawulosii fi Siilaas kadhannaa fi faarssaan Waaqa ni galateeffatan ture, hidhamttoonni kuunniin'llee, isaan ni dhageeffatan ture.


Ergamittoonni garuu waayee maqaa Yesusiitiif salphinna fudhachuuf ka malan ta'uu isaaniitiin, gammada'aa bakka yaa'ii isaaniitii bayanii ni deeman,


Haa ta'u malee nu'llee taanaan, yookiin maleyikkama sami'ii'llee yoo ta'e, wongeelli nu'u isiniif lallabnne irraa ka adda ta'e yoo isinitti lallabe, ka abaarame haa ta'u!


Gaddi yoo nurra gayu'llee yeroo maraa ni gammadinna, hiyyeeyyii taanee uduu jirru, baayi'eewwan dureessota ni taasfnna, womaayuu ka hin qabnne yoo taanu, waan maraa ni qabnna.


Akkuma kanaan'llee isin gammaddanii ana'llee qoodamaa gammachuu keessan ana taasfittan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite