Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:23 - Waadaa Haarawa

23 Kennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, isin woliin haa ta'u.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

23 Badhaani Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ayyaana keessan woliin haata'u. Amiin!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Badhaani Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ayyaana keessan woliin haa ta'u. Amiin!

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:23
4 Referans Kwoze  

Kana yoo raawwattan Waaqinni nagayaa dadafee sheexana miila keessan jalatti, isiniif ni cacabssa. Kennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, isin woliin haa ta'u.


Keennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, jaalallitti Waaqaa, tokkummaan Hafuura Qulqullu'uu isin mara woliin haa ta'u.


Anaa fi woldaya amanti'ii ka asi jiru maraa ka keessummeessu Gaayos nagaya isinii ni dhiyeessa, qarshii qabaa magaalatti'ii ka ta'e Erasxos, obboleessi keenna Qaarxoos'llee, nagaya isinii ni dhiyeessa.


Gooftaan si'iin woliin haa ta'u. Kennaan Waaqaa ka bilisaa si woliin haa ta'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite