Gara Worra Filiphisiiyusii 4:17 - Waadaa Haarawa17 Kana'llee yoo jedhu kennaa keessan argachu'uuf dhormmu'uun uduu hin ta'in, firiin arjjooma keessan akka isinii baayi'atuuf, hawwu'uun. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA17 Kunillee akka eebbi baayi'atee isinii kuufamuuf malee, ani kennaa keessan barbaadeetii miti. Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Kunillee akka eebbi baay'atee isinii kuufamuuf malee ani kennaa keessan barbaadeetii miti. Gade chapit la |
Kanaaf kennu'uuf waadaa ka aseenttan kennaa keessan ka arjoomaa, durssitanii akka qopheesitan akka isin yaadachiisaniif jechu'uun, obboleeyyan kunniin durssanii gara keessan akka dhufan, barbaachisaa ta'ee argadhee jira. Bifa kanaan yeroo ani dhufutti kennaan keessan ka arjoomaa qophaayaa ni ta'a, isin'llee worri kennitan dirqamaan uduu hin ta'in, fedhi'in ta'uu isaa ni muldhisa.