Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:13 - Waadaa Haarawa

13 Huminna ka naa kennu Kristosiin waan maraa raawwachu'uuf, ni dandda'a.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:13
12 Referans Kwoze  

Gooftaan jajabinna huminna isaa ol aana'aa maraan isiniif haa kennu, obissaan'llee waan maraa danda'uuf gammachu'uun ka qophoofttan ta'uuf isin haa gayu,


Waan hafeen Goofta'aa fi huminna isaa ol aana'aan jabaadhaa,


Waaqinni qaama keessan ka keessaa huminna jabeessu karaa Hafuura isaatiin, ulfinna isaa ka durumma'aatiin akka isiniif kennuuf ni kadhadha.


Anaan yoo jiraattan dubbiin kiyya'llee isin keessa yoo jiraatee, waan barbaaddan yoo kadhattan ni argattan.


Ana tajaajilaaf muudu'uun amanamaa taasisee ka ana laakkayee fi ka naa kenne, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin ni galateeffadha.


Yesus'llee, «Koottu!» jedheen. Kanaaf Phexiros hoboloo irraa bu'ee, gara Yesusii dhaqu'uuf garba ciisaa irra ni tarkaanfate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite