Gara Worra Filiphisiiyusii 3:6 - Waadaa Haarawa6 Waayee Seera duraniitiif hinaafu'uun'llee yoo ta'e, amantoota woldaya amaniti'ii ni ari'a ture. Seera eeguun waayee qulqullaawomnnaa'llee yoo ta'e, ashaa malee ni jiraadha ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamu yoo na gaafattan mudaa malee ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamuu yoo na gaafattan mudaa malee ture. Gade chapit la |
Kun'llee dhugaa ta'uu isaa itti gaafatamaan qeesotaatii fi yaa'iin jaarsotii marrinuu naaf ragaa ni bayan. Gonkumaa Damaasqoo ka jiran namoota kanniin hidhee gara Yerusaalemii fidu'uu fi isaan adabsiisu'uuf, xalayaa ana danddeessisu gara worra isaanii ka argamanii xalayaa barreessan, ka fudhadhee isaan irraayyi.»