Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 3:4 - Waadaa Haarawa

4 Dhaadachuun ka barbaachisu yoo ta'e ani waan baayi'een dhaadachu'uuf ni dandda'a, seera duubanaan muldhatuun naminni dhaadatu yoo jiraate, ani isa caala'aatti ka ittiin dhaadadhu waan baayi'ee ni qaba.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Ani ammoo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennunillee yoo ta'e, ka fooniin amanatuu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Ani ammo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennuunillee yoo ta'e, ka fooniin hedatu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 3:4
4 Referans Kwoze  

«Kanaaf dubbii Waaqaa attamitti akka dhageettan ufi eeggadhaa, nama qabuuf dabalamee ni kennamaaf, ka hin qabnne garuu, ni qaba jedhee kammaan yaaduu irraa ni fudhatama.»


Ammaa achitti nu'u nama kamiinuu laalcha isaa ka fooniitiin hin laallu, kanaan durana Kristosiin'llee ka laaleen akka nama kamiituu laalcha fooniitiin yoo ta'e, ufi duranaaf garuu kana hin raawwannu.


Dhugamaanuu nu'u dhalootaa kennaan Yihudi'i, akka Ummata Waaqa duga'aa titti hin amannee titti, cubbamootaa miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite