Gara Worra Filiphisiiyusii 2:7 - Waadaa Haarawa7 Gonkumaa kabaja qabu maraa dhiisee akka garbichaa ta'ee ni muldhate, akka namaa titti'llee ni dhalate, Fakkeenna namaatiin'llee ni muldhate, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA7 Haata'uu ammoo, Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Haa ta'uu ammo Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. Gade chapit la |