Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:28 - Waadaa Haarawa

28 Kanaaf isin isa laalu'uun akka gammaddanii fi gaddi kiyya'llee akka salphatuuf, isa gara keessan ergu'uuniif caala'atti ni barbaade.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

28 Eegasuu ammallee yoo isa argitaniin, akka gammaddan, anaafille gaddi akka naa salphatu guddisee ariifadhee ergaan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

28 Eegasuu ammallee yoo isa argitaniin akka gammaddan, anaafille gaddi akka naa salphatu guddisee ariifadhee ergaan.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:28
10 Referans Kwoze  

Akkasuma kana isin amma ni gadditan, garuu ani deebi'ee isin ni arga, onneen teessan ni gammada, gammachuu keessan'llee ka isin irraa fudhatu hin jiru.»


Imimmaan kee ni yaadadha, kanaaf haalaan akka gammadu si argu'uuf ni hawwa.


Akkasitti ka isiniif barreesse gara keessan yoo dhufutti, namoota gammachiisuu qaban, akka ana hin gaddisiifnneef jedheeti, gammachuun kiyya gammachuu keessan maraa ta'uu isaa ni amana.


Gonkumaa worri haalaan gaddan, «Ammaa achitti fuula kiyya hin argitan» isaaniin jedhee waan tureef, haga donii titti ni geegessaniin.


Egaa nama Gooftatti amane akka ta'uu isaatiin gammachu'uun ufitti fudhadha'aanii, namoota akka isaa jiran maraa isaan kabajaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite