Gara Worra Filiphisiiyusii 2:13 - Waadaa Haarawa13 Waaqinni ajajamummaa isiniif kenna'aa kaayyoo isaa gara muumme'eetiin gayu'uuf, isin keessatti ni hojjata. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. Gade chapit la |