Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Isin yeroo yaadadhu marattuu Waaqa kiyya ni galateeffadha,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3-5 Hennaa maraa kadhaa kiyyaan waan keessan maraa gammachu'uun Rabbiin kadhata'aa guyyaa duraatii jalqabee haga ammaa Oduu Nagayaa lallabu'uun na woliin waan hojjattaniif henna isin yaadu maraa Rabbi kiyya hin galateeffadha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3-5 Hennaa maraa kadhaa kiyyaan waan keessan maraa gammachu'uun Rabbiin kadhata'aa guyyaa duraatii jalqabee haga ammaa Dubbii Nagayaa lallabu'uun na woliin waan hojjattaniif hennaa isin yaadu maraa Rabbii kiyya hin galatoonfadha.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:3
10 Referans Kwoze  

Yesus Kristosiin kennaa isaa ka bilisaa waan isinii kenneef sababa keessaniin, yeroo maraa Waaqa ni galateeffadha.


Yeroo maraa halkanii fi guyyaa kadhanna'aan yoo si yaadadhu, akkuma abbootiin kiyya raawwatanitti ani'llee sammuu Qulqullu'uun Waaqa tajaajilu ni galateeffadha.


Kunnoo, amma waayee keessaniif galata ni dhiyeessinna, waayee keessaniin'llee isa duranatti waayee gammachuu qabnnuutiif Waaqa ni galateeffanna.


Yaa obboleeyyan! Waayee keessaniin Waaqa yeroo maraa ni galateeffanna, galateeffachuun'llee barbaachisaa keenna, ka galateeffannuuf'llee amantiin keessan caala'atti guddata'aatii fi jaalalitti tokkoo tokkoo keessan ufii woliif, dabala'aa deemuu isaatiin.


Isin durssitanii garboota cubbu'uu ni turttan, amma garuu barnnoota fudhattaniif onne'een ajajamuu keessaniin, Waaqaaf galanni haa ta'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite