Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:18 - Waadaa Haarawa

18 San ta'ee kana waan kanaan ni gammada fakkeessuun ta'ee dhugaan karaa maraanuu, Kristos ni lallabama.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

18 Womaa miti! Sobaan ta'ee yookiin qajeellumma'aan ta'ee, Kiristoos hin himama kanaaf gammadeera. Ammaa achillee akkasuma gammada.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Eegasuu rakkoon maal irratti? wonti sirnyaa fayyaalumma'aan ta'ee'e, fakkeessu'uun karama kamiinillee haa ta'uu Kiristoos haa lallabamuu; Ani kanaan gammada.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:18
13 Referans Kwoze  

Yesus'llee, «Ka isin hin mormine marrinuu isin woliin waan ta'eef dhiisaa, hin dhoogina'aanii!» jedhe.


Eegaa ana ta'ee isaan'llee ka barsiifnnu isuma kana, isin'llee ka amanttan kanuma.


Eegaa, maal raawwachuu ana barbaachisa? hafuura kiyyaan ni kadhadha, sammuu kiyyaan'llee ammoo ni kadhadha, hafuura kiyyaan ni faarsa, sammuu kiyyaan'llee ammoo ni faarsa.


«Fakkeessa'aaf ka dhiyeessan kadhannaa isaanii dhedheeraa sababachu'uun, mana haadha hiyyeesotaa ni saaman, kanaaf isaan murtiin caalaan isaan irra ni gaya.»


«Naminni gara Mootummaa Sami'ii titti akka hin aseennef balbala ka cufittan isin fakkeesitoota nana, barsiisonni seeraatii fi Farisoonni! Isinii uunsha'a! Isin mataa keessan itti hin aseenttan, worra barbaadan'llee akka itti hin aseenneef ni dhoogitan!» [


Eegaa kana yoo jedhu foon Waaqa harkaan hojjatameef qalame waan fayyadu jechuu kiyyaa ree? Yookiin Waaqinni harkaan hojjatame waan fayyadu jechuu kiyyaa ree?


Eegaa maal jenna ree? seeraa gadi ta'uun keenna hafee kennaa bilisaatii gadi waan taaneef, cubbuu haa hojjannu jechu'uu ree? Gonkumaa miti!


Eegaa, nu'u Yihudonni Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ni caalla jechu'uu moo? gonkumaa miti! Namoonni marrinuu Yihudota ta'anii Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne, cubbamoota ta'uu isaanii durssee hubachiisee jira.


Isaan garuu waan kana hin hubanne, dhossaan haasayaa'llee isaan jalaa dhokatee ture, akka isa hin gaafanneef'llee ni sodaatan.


Ka biraa waayeen ittiin gammadu kadhannaa keessan fi gargaarssa Hafuura Yesus Kristositiin bilisa akka bayu, waan beekuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite