Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:9 - Waadaa Haarawa

9 Uffata sibiilaa ka fakkaatu uffata woraanaa ni qaban turan, qooniqqi koolota isaanii, gara bakka woraanaa titti ka gulufan mishaawwan farado'oo fi qooniqqa mishaa farado'oo baayi'e'ee, qooniqqa dhageesisan ni fakkaata ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Uffata sibiila fakkaatu qaban; laagaan koola isaanii akka konkolaataa faradoo hedduu ka lolaaf yaabbatanii ti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Uffata sibiila fakkaatu qaban; laagaan koola isaanii akka konkolaataa faradoo hedduu ka lolaaf yaabbataniiti.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:9
8 Referans Kwoze  

Farado'oo fi faradoo irra namoota taa'an muldhataan ka isaan arge akka itti aanee jirutti ture, uffanni sibiilaa ka laphee isaanii irra ni jira ture akka mukukula ibiddaa diimaa, akka gurraacha yaakiniitii sami'ii, akka dinni'ii boora ni fakkaata ture, mataa farado'oo'llee mataa leenccaa ni fakkaata ture, afaan isaaniitii'llee ibiddaa fi aarri dinniini'llee ni baya ture,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite