Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:8 - Waadaa Haarawa

8 rifeenissa mataa dubartti'ii ka fakkaatu rifeenissa ni qaban turan, ilkaan isaanii'llee ilkaan leenccaa ni fakkaata ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban Ilkaan isaanii akka Ilkaan leencaa ti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban; ilkaan isaanii akka ilkaan leencaati.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:8
8 Referans Kwoze  

Bareedinni keessan rifeenissa mataa keessan hojjatamu'uun, worqqi'iin ufi bareechisu'uu fi uffata gatii gudda'aa uffachu'uun, faaya duubanaan muldhatuun hin ta'in.


Akkuma kana dubarttoonni riffeenissa mataa isaani'ii midhaassu'uun yookiin worqqi'iin yookiin dooqaan, yookiin uffata gatiin isaa baayi'ee ta'een ufi bareechisu'uun uduu hin ta'in, saalfachu'uu fi mataa gad qabataan, uffata malu ka nama kabajama'aa haa uffatan.


Akkuma kanaan Isaayaas, «Gooftaan hooma'aa fiixaa nuuf hanbbisuu uduu dhabaateetii, magaalonni Sodoomiitii fi Gamora'aa akkuma badan, nu'llee ni banna ture» jechu'uun, durssee dubbatee jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite