Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:7 - Waadaa Haarawa

7 Awwaannisoonni'llee faradoo woraanaaf qophaayan ni fakkaatan turan, mataa isaanii irra waan gonfaan worqqi'ii fakkaatutu jira ture, fuulli isaanii fuula namaa ni fakkaata ture,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban, fuulli isaaniillee akka fuula namaa ti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban; fuulli isaaniillee akka fuula namaati.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:7
6 Referans Kwoze  

Kunoo fardda adii ni arge, ka farda irra taa'ee jiru'llee xiyyaa qabatee jira ture, gonfataan'llee ni kennameef, inni'llee injifataa ta'ee moo'aa injifanno'oo gara injifanno'oo titti, deemu'uuf ni baye.


Aara keessaa'llee awaannisoonni arddii irratti ni bayan, huminna qaajjibuuwwan arddi'ii ka fakkaatu'llee isaaniif ni kenname,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite