Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:6 - Waadaa Haarawa

6 Guyyoota sanniinitti namoonni du'a ni barbaadan garuu hin argataniin, du'u'uuf'llee ni hawwan, garuu duuti isaan irraa ni dheessa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Ji'oota sanniin namoonni du'a soqan. Haata'uu ammoo hin argatan, du'uu dharra'an duti ammoo isaan dheessiti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Ji'oota sanniin namoonni du'a soqan. Haa ta'uu ammo hin argatan, du'uu dharra'an; duuti ammo isaan dheessiti.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:6
9 Referans Kwoze  

Yeroo sanitti namoonni gaarotaan, ‹nu irratti jigaa!› tulloon'llee, ‹nu dhossaa!› jechuu, jala ni qabu.


Gaarotaa fi dhagaayyi'iin'llee, «Nu golgaa! Ka teessoo irra taa'een duranaa irraa fi dheekkamssa Hoolichaa jalaa'llee nu dhossaa!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite