Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:10 - Waadaa Haarawa

10 Akka eegee qaajjibbu'uu titti waan ittiin iddan ni qaban ture, eegee isaanii keessatti namoota ji'a jahaaf huminna ittiin miidhan, ni qaban turan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Eegeen isaanii akka eegee buuti'iiti. Eegee isaanii irra woraanatu jira; namootallee haga ji'a shanii miidhu'uuf baallii qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Eegeen isaanii akka eegee buuti'iiti. Eegee isaanii irra woraanatu jira; namootallee haga ji'a shanii miidhu'uuf baallii qaban.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:10
7 Referans Kwoze  

Isaan'llee yoo ta'e ji'a shaniif isaan makkaraarsu'uuf malee ajeesu'uuf eeyyamnni hin kennamnneef, awaannisoonni makkaraarnni isaan irra gayan ka akka qaajjibbuun yoo nama iddituu titti ka namatti dhagayamuut.


Aara keessaa'llee awaannisoonni arddii irratti ni bayan, huminna qaajjibuuwwan arddi'ii ka fakkaatu'llee isaaniif ni kenname,


Huminni farado'oo afaan isaaniitii fi eegee isaanii irra ture, eegeen isaanii'llee bofa ni fakkaata mataa bofaa'llee ni qaba, nama'llee ka miidhan isaan ture.


Yookiin killee yoo kadhateen, qaajjibbuu ni kennaafii ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite