Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 8:11 - Waadaa Haarawa

11 Maqaan urjjichaa'llee «Hadheeso» ni jedhama, harka sadihi keessaa harki tokkoon bishaanii'llee hadhaayaa ni ta'e, waayee bishaan hadaayaa ta'eetiin'llee, namoonni baayi'een ni du'an.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Bisaanillee sadi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Bisaanillee sadihi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 8:11
17 Referans Kwoze  

Maleyikkaan jalqabaa xurunbbaa isaanii ka laali'ii ni afuufe, barada'aa fi dhiiginni ka itti wolitti makame ibidda ni ta'e, gara arddi'ii titti'llee ni gatame, harka sadihi keessa harki tokkoon arddi'ii ni gubate, mukkiin keessaa'llee harka sadihi keessaa harki tokko ni gubate, margi lalise marri'llee ni gubate.


Isin keessaa eennu'llee kennaan Waaqaa ka bilisaa akka itti hin dhidhanneef ufi eeggadhaa, akkuma kana yoma hiddi firiin hadhaayaa daraaru'llee jidduu keessantti akka hin baanee fi akka isin hin rakkifnne, namoota baayi'ee'llee akka isaan hin batteessineef, ufi eeggadhaa.


Saa'aatii kanaa fi guyyaa kanaaf, ji'a kanaa fi woggaa kanaaf ka qophaayan maleyikkoonni arfan, fiixaa namaa harka sadihi keessaa harka tokko akka ajjeesaniif, ni hiikaman.


Ibidda afaan isaaniitii baasaniin, aaraa fi dinni'iin, balaawwan kanniin sadiin kanaan, fiixaan ilma namaa harka sadihi keessaa harki tokko ni ajjeefame.


Eegee isaatiin harka sadihi keessaa harka tokkoo urjjiiwwanii sami'ii harkisee gara arddi'ii isaan ni gate, dubarttiin yeroo deetutti ilma isi'ii liqimssu'uuf yaadee, xaraan gara dubarttii dayu'uuf dhiyaatee durana isi'iitiin ni dhaabate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite