Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 7:6 - Waadaa Haarawa

6 gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama; gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 7:6
3 Referans Kwoze  

Akkuma kana yeroo sanitti gosa worra Aseeriitii ka taate, Intaltti Faanu'elii ta Haannaa ta jedhamttu, nabiyyittiin takka ni jirtti turtte. Isiin'llee dubarttii umriin ufi durana deemtte ni turtte, abbaa worraa isi'ii woliin woggaa torba eega teetteen duubatti, abbaan worraa isi'ii jaalaa ni du'e,


Gosa Yihuda'aa keessaa ka chaapheffaman kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,


gosa Simoonii keessaa kuma kudha lama, gosa Leewi'ii keessaa kuma kudha lama, gosa Yisaakoorii keessaa kuma kudha lama,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite