Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 7:4 - Waadaa Haarawa

4 Laakkofssa namoota chaapheffamanii'llee ni dhagaye, gosoota Israa'eelii mara keessaa laakkofssi namoota chaapheffamanii, kuma dhibbaa fi afurtamaa ni ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Gosa ijoollee Isiraa'elii maraa keessaa worri chaappeeffame nama kuma dhibba tokkootii fi kuma afurtamii afuriiti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Gosa ijoollee Israa'elii maraa keessaa worri chaappeeffame nama kuma dhibba tokkootii fi kuma afurtamii afuriiti.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 7:4
17 Referans Kwoze  

Kanaan duubatti kunoo Hoolichi Gaara Xiyoonii irra dhaabatee ni arge, isaan woliin maqaan isaatii fi maqaan Abbaa isaa kallacha isaanii irratti worri itti barreeffame, namoonni kuma dhibba tokkoo fi afurtamii afurii ni turan.


Teessichaa fi bineensota arffan, jaarsotii duranatti namoonni kuma dhibba fi afurtamii afurii faaruu haarawa ni faarsan, arddii irraa ka fayyan namoota kuma afurtamii afurii malee eennu'llee barachuuf hin dandeenne.


Mootummaa kiyyatti'llee yaataaf teettanii ni nyaattan, ni dhugiddan, teessoo irra teettanii gosoota kudha lamaan Israa'eelii irratti'llee, ni murtteesitan.»


Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, Ilmi Namaa teessoo isaa ka ulfinnaa irra yeroo taa'u arddii haarawatti, horddofittoota kiyya worri taatan isin'llee, teessoowwan kudha lamaan irra ni teettan, gosoota kudha lamaan Israa'eelii irratti'llee ni murtteessitan.


Gara abddii kanaa gayuuf gosoonni keenna kudha lamaan, Waaqa halkanii fi guyyaa waaqeffataa ni eeggataniin ture, Yaa Nugusa! Ani'llee Yihudotaan ka ittiin himatameef, waayee abddii kanaatiif.


Baayi'inni hoomaa worra farado'oo miliiyoona kuma dhibba lama ta'uu isaa, ni dhagaye.


Biyya lafaa mara keessatti ka bittinnaayan gosoota kudha lamaaniif, tajaajilaa Waaqaa fi Gooftaa Yesus Kristosii ka ta'e Yaaqoobiin irraa ergaa ergame, Nageenni isiniif haa ta'u.


Isaayaas'llee akkana jechu'uun waayee Israa'eelii qoonqqa isaa ol fudhatee ni dubbata, «Laakkofssi ijoollee Israa'eelii akka cirracha garba ciisa'aa titti yoma baayi'ate'llee, isaan keessaa ka fayyan muraasonni qofa.


Gosa Yihuda'aa keessaa ka chaapheffaman kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,


«Tajaajilaan'llee deebi'ee dhufeeti Gooftaa isaatiin, ‹yaa Gooftaa! Kunoo waan ana ajaje maraa raawwadhee jira, haa ta'u malee amma'llee bakki duwwaan ni jira› jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite