Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 5:3 - Waadaa Haarawa

3 Garuu sami'itti ta'ee ardi'itti yookiin ardi'ii gaditti'llee, kitaaba maramaa kaldho'oo banu'uu fi keessa isaa laaluu ka danda'ameef, eennu'llee hin turre.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookiin laaluun eennullee hin danda'amne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookaan laaluun eennuullee hin danda'amne.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 5:3
6 Referans Kwoze  

Sami'ii fi ardi'itti, ardi'ii gadii fi garba ciisaa keessa isaanii titti uumaminni marri'llee, «Ka teessoo irra taa'ee fi Hoolichaaf'llee, galata, ol aanttummaa, ulfinnii fi huminni'llee, baraa haga baraa titti haa ta'u!» yoo jedhan, ni dhagaye.


Yaada Goofta'aa ka beeku eennu? «Gorssaa isaa ka ta'u hoo eennu?


Kanaaf maqaa Yesusiitiif ulfinna, sami'ii fi arddi'itti, arddi'ii gaditti'llee worri jiran marrinuu, jilbba isaaniitiin ni jilbbiiffatan.


Kitaaba kaldho'oo maramaa banu'uu fi keessa isaa'llee laaluun ka isaan male waan hin argaminiif, haalaan ni booye,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite