Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 5:2 - Waadaa Haarawa

2 maleyikkichi cimaan tokko qoonqqa ol aana'aan, «Chaaphaawwan hiiku'uu fi kitaaba maramaa koldho'oo banuun ka isaan malu eennu?» jedhee, yoo dubbatu ni arge.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Maleekkaan cimaan kitaaba cufu, chaappoota ka hiikuu malu eennu? Jedhee laagaa gudda'aan hennaa labsu arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Maleekkaan cimaan kitaaba cufu, ka chaappoota hiikuu malu eennu? Jedhee laagaa gudda'aan hennaa labsu arge.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 5:2
8 Referans Kwoze  

yeroo sanitti'llee jaarsotii keessaa tokko, «Hin booyin, kunoo gara gosa Yihuda'aatii ka ta'e, gaalee dhaloota Daawiitii irraa leenicci ka'e, injifatee moo'ee jira, inni kitaabcha kaldho'oo maramaa fi chaaphawwan torbban banu'uuf ni danda'a» naan jedhe.


Kanaan duubatti duumessa ka uffate maleyikkichi cimaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, nannoo mataa isaa funyaan karaabaa ni jira ture, fuulli isaa akka adu'uu, miila isaa'llee akka utubaawwan ibiddaa ni turan,


Kanaan duubatti maleyikkaan cimaan tokko, dhagaa guddaa daakka'aa ka gayu dhagaa tokko fuudhee, gara garba ciisa'aa ni dabrre, «Magaalattiin ol aanttuun Baabiloon kana huminnaan dhiibamttee ni kuftti, ammaa achitti'llee gonkumaa deebitee hin argamittu,


Harka mirgaa ka teessoo irra taa'eetiin, keessaa fi duubaan ka irratti barreeffame, chaapphaa torbaan ka cufame, kitaaba kaldho'oo maramaa ni arge,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite