Mudhata Yohaannisii 3:18 - Waadaa Haarawa18 Dureessa ta'u'u'uuf ibiddaan ka qoratame worqqii ana irraa akka bituuf, qaama kee ka qaani'ii dhoffachu'uuf uffata adii akka uffattuuf, argu'uuf'llee akka danddeettu qoricha ijaa bittee akka dibattuuf si gorssa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA18 Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa. Gade chapit la |
Qormmaanni kun ka isin irra gayu dhugummaa amantii keessan mirkaneessu'uuf, Woriqqimmaan baduu ibiddaan ni qormaatama, woriqqii caalaa ka kabajamu amanitiin keessanuu akkuma kana qormaatamu ni qaba, amanitiin keessan ka qormaatame kun'llee Yesus Kristos yeroo itti mulidhatutti galata, ulfinnaa fi faarfannaa isiniif ni arigamisiisa.