Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 22:8 - Waadaa Haarawa

8 Wonittoota kanniin ka dhagayee fi ka arge ani Yohaannisii, wonittoota kanniin yeroo dhagayee fi argetti maleyikkicha wonittoota kanniin natti muldhisee sagadu'uuf, miila isaa jalatti ni kufe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Kanallee ka arge ana Yohaannis, hennaa dhagayee fi arge; hennaa kana natti mudhise, luka maleekka'aa afo'otti sagadu'uuf gad kufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Kanallee ka arge ana Yohaannis; hennaa dhagayee fi arge, hennaa kana natti mudhise, luka maleekka'aa afo'otti sagadu'uuf gad kufe.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 22:8
6 Referans Kwoze  

Ain'llee maleyikkichaaf sagadu'uuf miila isaa jalatti kallacha kiyyaan ni kufe, inni garuu, «Ati dhiisi kana hin raawwatin! Ani'llee si'ii fi obboleeyyan ragummaa Yesusii qabataniin woliin tajaajila'a, Waaqaaf Sagadi! Ragummaan Yesusii hafuura raagaati» naan jedhe.


Muldhanni kun yeroo dhiyoo keessatti waan ta'u tajaajilttoota isaa titti akka muldhisuuf ka Waaqinni Yesus Kristosiif kenne, Yesus Kristos'llee maleyikkaa isaa ergee tajaajilaa isaa Yohaannisiif, muldhata kana ni ibiseef.


Akkuma kana bineenssichaa fi nugusonni arddi'ii, lolttoonni isaanii'llee, fardda adii ka yaabbatee fi hoomaa isaa ka lolaatiin wol woraanu'uuf, wolgayanii ni arge,


Phexiros garuu, «Ka'i! Ani'llee akkuma kee nama!» jedhee ni kaaseen.


Yohaannisiin irraa woldayoota amanti'ii torbban Asiya'aatiif, Ka jiru, ka turee fi Waaqa dhufu irraa, teessoo duranaa ka jiran hafuurota torbban, akkuma kana du'aa ka'uun hangafa ka ta'e, bitaatii nugusa nugusota arddi'iitii fi akkuma kana du'aa kaiinssaan ka jalqabaa ka ta'e,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite