Mudhata Yohaannisii 22:7 - Waadaa Haarawa7 Yesus'llee, «Kunoo! Ani dadafaan ni dhufa! Dubbii raagaa kitaaba kanaa ka eeggatu, ka galateeffame!» jedhe. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA7 «Ani, dafee dhufa, ka raaga dubbii kitaaba kanaa eegu, eebbifama'a» naan jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 «Ani dafee dhufa, ka raaga dubbii kitaaba kanaa eegu, eebbifama'a» naan jedhe. Gade chapit la |