Mudhata Yohaannisii 20:9 - Waadaa Haarawa9 isaan'llee gara arddi'ii mara bittinnaayanii ganda Qulqullootaatii fi magaalaa jalatamttuu ni marssan, garuu ibiddi sami'ii bu'ee gubu'uun isaan ni balleesse. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA9 Gara badhinna biyya lafaa bayanii, ganda woyyootaatiif qachaa jaalatamtuu marsan, ibiddi sami'ii Rabbiin biraa bu'ee isaan nyaate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Gara badhinna biyya lafaa bayanii ganda woyyootaatii fi qachaa jaalatamtuu marsan; ibiddi sami'ii Rabbiin biraa bu'ee isaan nyaate. Gade chapit la |