Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 19:3 - Waadaa Haarawa

3 Deebi'ee'llee, «Haalleeluyaa! Aarri isii irraa ka'u'llee bara haga baraa titti, gara olii ni baya!» jedha'aa, ni iyyan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Ammallee, «Hallee luyyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ammallee, «Halee luyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 19:3
9 Referans Kwoze  

isiin yoo gubattu aara bayu yeroo arganitti, «Magaalaa ol aanttuu tana ka fakkaattu magaalaan bira'aa gonkumaa ni jirtti turee ree?» jedha'aa, ni iyyan.


Isii woliin worri sagaagalanii fi titti toliinssaan ka jiraatan nugusonni ardi'ii, isiin yoo gubattu aara bayu yoo argan waayee isi'iitiif iyya'aa ni booyan,


Ibidda isaan makkaraarssuu keessaa aarri bayu, bara haga baraa titti gara olii ni baya, bineenssichaa fi suuraa isaatiif'llee ka sagadan, malikata maqaa isaa'llee ka godhatan marrinuu, guyya'aa fi halkan'llee boqannaa hin qaban.


Kanaan duubatti akkana ka jedhu qooniqqa ol aanaa namoota baayi'ee fakkaatu, sami'itti ni dhagaye, «Hallee luyyaa! Fayyisu'uu fi ulfinni, huminniti'llee, ka Waaqa keennaati!


Bifuma kanaan Sodoomii fi Gamooraan magaalawwan naannaya isaanii jiran'llee sagaagalttoota ni ta'an, seera uumamaatiin alatti'llee sagaagala ni raawwatan. Kanaaf isaan ibidda bara baraatiin worra adabamaniif, fakkeenna ta'anii jiran.


Jaarsotiin diddamii afuriitii fi bineensonni afurii'llee Waaqa teessoo isaa irra taa'ee jiruuf, kallacha isaaniitiin gonbbifamanii, «Ameen, haalleeluyaa!» jedha'aa, ni sagadan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite