Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 19:16 - Waadaa Haarawa

16 Uffata isaatii fi gudeeda isaa irratti, «Nugusa nugusotaa, Gooftaa gooftotaa» maqaan jedhu, barreeffamee jira.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Uffataa fi gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa Gooftotaa» jedhu qaba.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 19:16
13 Referans Kwoze  

Isaan Hoolcha irratti woraanni ni banan, garuu Hoolchi Gooftaa Gooftotaatii fi nugusa nugusotaa waan ta'eef injifatee isaan ni moo'a, isaan woliin ka jiran, ka waamaman, ka filatamanii fi ka amanamaan.»


Mulidhachuun Kristosii'llee ka eebbifamee fi adduma isaa titti bulichaa ka ta'e Ngugusa nugusotaa, Gooftaan goofttotaa guyyaa muritteessetti ni ta'a.


«Hafuurri woldayoota amanti'iitiin waan jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu! Injifatee ka moo'uuf mannaa dhoffame irraa'llee ni kennaaf, maqaan haarofinni ka irratti barreeffame dhagaa adii'llee ni kennaaf, ka fudhatu malee kana ka bira'aa eennu'llee hin beekuun.»


Nugusichi'llee, «dhugamaan isiniin jedha, kanniin obboleeyyan kiyya keessaa ka gad aanaa ta'e tokkomaafuu wonitti raawwattan marrinuu, akka waan anaaf raawwattaniiti!» jechu'uun, isaanii ni deebisa.


ka nu jaalatuu fi dhiiga isaatiin cubbuu keenna irraa bilisa ka nu baase, Yesus Kristosiin irraa kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite