Mudhata Yohaannisii 19:12 - Waadaa Haarawa12 Ijji isaa arraba ibiddaa ni fakkaatan, mataa isaa irra'llee gonfatawwan baayi'een ni jiran, isa malee ka bira'aa eennu'llee ka hin beekinne isa irratti ka barreeffame maqa'atu jira ture, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA12 Iji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa ka isaa malee ka eennullee hin beenne qaba. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Ijji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa isa malee ka eennullee hin beenne qaba. Gade chapit la |
Injifatee ka moo'u utubaa Mana Waaqeffannaa Waaqa kiyyaa isa ni taasisaan, achii'llee gonkumaa hin bayu, maqaa Waaqa kiyyaatii fi maqaa magaalaa Waaqa kiyyaa isa irratti ni barreessa, magaalaan tun'llee sami'ii Waaqa kiyya biraa ta buutu, Yerusaalemii haarofititti'i, maqaa kiyya haarawa'llee isa irratti ni barreessa.