Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:4 - Waadaa Haarawa

4 Qoonqqa bira'aa'llee sami'ii akkana yoo jedhu ni dhagaye, «Yaa ummata kiyya! Cubbuu isi'ii titti hin hirmmaatinaa, isii keessaa bayaa!

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:4
16 Referans Kwoze  

Dabalee'llee Gooftaan akkana jedhee jira, «Isaan jiddu'uu fooyama'aatii bayaa, waan battii ta'e'llee hin tuqinaa, ani'llee isin ufitti ni fudhadha,


Harka kee irra kaayu'uun eennuun'llee muudu'uuf hin ariifatin, mataa kee qulqullinnaan eeggadhu malee, namoota kaanniin woliin cubbu'uun hin hirmmaatin.


Nagaya'llee naminni isa gaafatu, hirmaataa hujii isaa hama'aa ni ta'a.


‹Bara abbootii keenna ka duraanii titti argaminnee uduu jiraanneetii dhiiga nabiyyootaa jissu'uun, isaaniin woliin ni hirmmaanna ture› jettan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite