Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:12 - Waadaa Haarawa

12 Worqqii, meeta, dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqa, uffata haphii, uffata hamara, uffata haarri'ii, uffata diima'aa fi muka foolii mishaa qabu mara, ilkaan arbbaa, muka gatiin isaa mi'aa ta'e, sibiila diimaa, sibiilaa fi dhagaa adii irraa meeshaa hojjatame mara,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aa uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, dhiilgee muka urgaayu maraa mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa muka gatii gudda'aa naasii sibiilaa mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa, waan gatii gudda'aa, uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, muka urgaayu maraa, mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa, muka gatii gudda'aa sibiila diimaa, mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara,

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:12
8 Referans Kwoze  

Namittiin hamaraa fi uffata diimaa uffatee ture, worqqi'ii fi dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqotaan'llee bareeddee turtte, harka isi'ii titti'llee waan jibbisiisuu fi battummaan sagaagalummaa isi'ii ka itti guute, duloo worqqi'ii qabattee ni turtte.


Kanaan duubatti maleyikkichi Hafuuraan gara lafa gammoojji'ii ana ni fudhate, gara inni qabu marattuu maqaa arrabaa ka itti barreeffaman, mataawwan torbaa fi gaaffiin kudhanii ka qabu, bineenssa diimaa irra ka teette, dubarttii takka ni arge.


«Wonittoota kaniin maraa bita'aa daldalttoonni dureeyyii ta'an makkaaraarnna isi'ii sodaachu'uun, fagoo ni dhaabatan, booya'aatii fi gadda'aa'llee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite