Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 17:4 - Waadaa Haarawa

4 Namittiin hamaraa fi uffata diimaa uffatee ture, worqqi'ii fi dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqotaan'llee bareeddee turtte, harka isi'ii titti'llee waan jibbisiisuu fi battummaan sagaagalummaa isi'ii ka itti guute, duloo worqqi'ii qabattee ni turtte.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 17:4
22 Referans Kwoze  

uffata haphi'ii fi uffata hamara, uffata diimaa'llee ni uffatti ka turtte, worqqi'ii fi dhagaa gudda'aatiin, dooqaan'llee ni bareeddi ka turtte, magaalattii ol aanttu'uuf uunisha'a! Uunisha'a!


Murtiin isaa dhuga'aa fi sirri'i, arddii sagaagaluttummaa isi'iitiin ta batteessite sagaagaltittii ol aanttuu murti'iin adabeenii jira, isii adabu'uun'llee dhiiginni tajaajilttoota isaa haloo bayee jira.»


Worqqii, meeta, dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqa, uffata haphii, uffata hamara, uffata haarri'ii, uffata diima'aa fi muka foolii mishaa qabu mara, ilkaan arbbaa, muka gatiin isaa mi'aa ta'e, sibiila diimaa, sibiilaa fi dhagaa adii irraa meeshaa hojjatame mara,


Maleyikkaan bira'aa lamaffaan'llee, «Ka macheessu daadhii sagaagala isi'ii ka woyinni'ii ummata mara ka obaaftte, Baabilooniin ol aanttuun sun ni kuftte! kuftte!» jedha'aa, maleyikkicha jalqabaa ni horddofe.


Akkuma kana lubbuu ajjeefttummaa isaanii, falfaalaa isaanii, sagaagalttummaa isaaniitii fi hattummaa isaanii irraa gara Waaqaa titti hin deebine.


Balballan kudha lamaanuu dooqan kudha lamaan ni turan, tokkoon tokkoon balbalaa dooqa tokko irraa ka hojjatame ture, karaan magaalatti'ii'llee ifa daawi'te'ee akka ka dabarssuu, worqqii qulqulluu irraa ka hojjataman ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite