Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:12 - Waadaa Haarawa

12 Maleyikkaan jahaffaa duloo laga ol aanaa Efraaxiisii irratti ni jisse, nugusota gara baya adu'uutii dhufaniif karaa qopheesu'uuf, bishaan lagichaa ni goge.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Maleekkaan jahaffa'aallee mijuu laga guddaa Efiraaxes jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan, karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Maleekkaan jaheesso'oollee mijuu laga guddaa Efraaxis jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:12
15 Referans Kwoze  

Qooniqqi isaa'llee xurunbbaa isaa ka laali'ii ka qabate maleyikkaan jahaffaa, «Laga ol aanaa Efraaxiisii titti ka hidhaman, maleyikkoota arfanii isaan hiiki!» ni jedheen.


Maleyikkichi'llee akkana naan jedhe, «Bishaanonni sagaagalittuun irra teettee argite, ummatootaa fi namoota, gosootaa, worra afaanota adda addaa dubbatan,


Chaaphaa Waaqa jiraata'aa ka qabatee jiru maleyikkaan bira'aa'llee gara baya adu'uutii yoo dhufu ni argge, arddi'ii fi garba ciisaa akka miidhaniif gara isaan aangoon kennameefii gara maleyikkoota arffanii qooniqqa isaa ol fudhatee,


Uunisha'aan Lammaffaa dabrre jira, kunoo uunisha'aan sadaffaa dadafaan ni dhufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite