Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:11 - Waadaa Haarawa

11 dhukkubisata isaaniitii fi madaa isaanii irraa ka ka'een Waaqa sami'ii ni abaaran, hujii isaanii hamaa irraa'llee dhiifamaan gara Waaqaa titti hin deebine.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Waan dhiphatanii fi waan madaayaniif Waaqa sami'ii arrabsan. Hujii isaanii irraallee deebi'anii aagii hin galle.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Waan hucuucamanii fi waan madaayaniif Waaqa sami'ii arrabsan. Hujii isaanii irraallee deebi'anii aagii hin galle.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:11
20 Referans Kwoze  

namoonni oo'a ol aana'aan ni gubatan, balaawwan kanniin irratti aangoo ka qabu maqaa Waaqaa ni arrabissan, dhiifamaan'llee gara Waaqaa titti hin deebine, isa'llee hin kabajineen.


Tokkoon tokkoon isaa haga kiilomeetira giraama afurtamii shanii ka ulffaatu baradaan sami'ii namoota irratti ni bu'e, balaan haalaan makkaraarssaa waan tureef namoonni waayee balaa barada'aatiin, Waaqa ni arrabssan.


Maleyikkaan jalqabaa dhaqeeti duloo arddii irratti ni jisse, malkanni bineenssichaa ka qabanii fi suuraa bineensichaatiif namoota sagadan irratti, bada'aa fi madaan makkaraarssu isaan irratti ni baye.


Saa'aatima sanitti sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, harka kudhan keessaa harki tokkoon magaalatti'ii'llee ni diigame, sababa sochii arddi'iitiin'llee namoonni kuma torbaa ni du'an, du'a irraa ka haalaan'llee haalaan ni sodaatan, Waaqa sami'ii'llee ni kabajatan.


Gara Waaqaa titti akka deebituuf yeroo ni kenneef, isiin garuu sagaagala isi'ii irraa gara Waaqaa deebi'u'uuf hin barbaanne.


Garuu namoonni hamaaleyyi'ii fi fakkeesitoonni garuu, namoota dogoggorssa'aatii fi mataa isaanii'llee dogoggorssa'aa, hamaa irratti hammeenna dabala'aa ni deeman,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite