Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:1 - Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti maleyikkoota torbaniin, «Deemaa! dheekkamissa Waaqaa qabatanii ka jiran duloowwan torbban arddii irratti jissaa!» ka jedhu, qooniqqi ol aanaan jedhu, Mana Waaqeffanna'aatii yoo bayu ni dhagaye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Maleekkaa torbaan laagaa guddaa dhaqa'aatii mijuu xuwwe'ee ka lola Rabbii lafa keessatti jissaa'a, jedhu mana woyyuu keessaa dhagaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Maleekkota torbaan laagaa guddaa «Deema'aatii mijuu dheekkamsa Rabbii ardii irratti jissaa'a» jedhu mana woyyuu keessaa hennaa bayu dhagaye.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:1
17 Referans Kwoze  

Ka bira'aa malikata ol aana'aa fi dinqisiisaa sami'itti ni arge, dheekkamissi Waaqaa ka ittiin raawwatamu ka muumme'ee ka ta'an, balaawwan torbban qabatanii ka jiran, maleyikkoonni torbaa ni arge.


Maleyikkaan torbaffaa'llee duloo qilleensa irratti ni jisse, teessoo Mana Waaqeffanna'aa keessa jiru irraa, «Raawwatame!» ka jedhu, qooniqqi ol aanaan ni baye.


Ibidda irratti aangoo ka qabu maleyikkaan bira'aa furdda biraan bayeeti, maleyikkicha haamttuu qaramitte qabatee jiruun, «Mataan firiiwwanii waan bilchaataniif haammittuu kee qaramaa ergi! mataawwan woyinni'ii maraa arddii irraa muriitii wolitti qabi!» jechu'uun, qoonqqa ol aana'aan ni iyye.


maleyikkaan bira'aa Mana Waaqeffanna'aatii bayeeti, ka duumessa irra taa'een qoonqqa ol aana'aan, «Callaa ardi'ii gayee jira, yeroon haama'aa'llee dhiyaatee jira!»


Samii ka jiru Manni Waaqaa ka waaqeffanna'aa'llee ni baname, taabonni isaa ka waada'aa'llee Mana Waaqeffanna'aa keessatti ni mulidhate. Bakakkaa, qoonqqa manddiisu'uu, sochii arddi'iitii fi baradaan ol aanaan'llee ni ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite