Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 15:8 - Waadaa Haarawa

8 Manni Waaqeffanna'aa'llee ulfinnaa fi huminna Waaqaa irraa ka ka'een aaran ni guuttame, maleyikkoonni torbaan ka qabatanii jiran balaawwan torbaa haga yeroo raawwatamanii titti, eennu'llee gara Mana Waaqeffanna'aa titti aseenu'uuf hin danddeenne.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Ulfinni Rabbiitii fi aarri hunna isaa mana woyyuu guute. Balaan torbaa ka Maleekkaa torbaa haga raawwatamuuf eennullee gara mana woyyuu seenuu hin dandeenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ulfinni Rabbiitii fi aarri hunna isaa mana woyyuu guute. Balaan torbaa ka Maleekkota torbaa haga raawwatamuuf eennullee gara mana woyyuu seenuu hin dandeenne.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 15:8
14 Referans Kwoze  

Ka bira'aa malikata ol aana'aa fi dinqisiisaa sami'itti ni arge, dheekkamissi Waaqaa ka ittiin raawwatamu ka muumme'ee ka ta'an, balaawwan torbban qabatanii ka jiran, maleyikkoonni torbaa ni arge.


Isaan'llee Gooftaa duranaa fi ulfinna isaa ol aanaa irraa fooyamanii, balleessaa bara baraatiin ni adabaman.


Durummaan Waaqaatii fi ogummaan, beekkomissi'llee attam gadi fago'o! Murtiin isaa ka hin qoratamnne, karaan isaa'llee ka hin beekkaminne.


ulfinna Waaqaatiin'llee ni ibisite ture, ifin ibisaa isi'ii'llee akka dhagaa gatiin isaa haalaan gudda'aati fi akka bilile'ee qulqulluu ka ta'e akka dooqa Yaasphisii ni ture,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite