Mudhata Yohaannisii 13:4 - Waadaa Haarawa4 Bineenssichaaf aangoon kennamuu isaatiin namoonni marrinuu xarichaaf ni sagadan, «Bineensicha ka fakkaatu eennu ree? Isa woliin'llee eennutu wol woraanu'uuf danda'aa? jedha'aa isaaf ni sagadan.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA4 Jawwe'eellee hin sagadan, waan inni bineensaa baallii kenneruuf, «Binneensa eentu fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Jawwe'eellee hin sagadan; waan inni bineensaa baallii kenneeruuf, «Eentu bineensa kana fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif. Gade chapit la |
Balaawwan kanniiniin du'a irraa ka hafan fiixaan ilma namaa hujii harka isaanii irraa dhiifamaan gara Waaqaa hin deebine, jinniiwwanii fi worqqii, meeta, sibiila diimaa, dhaga'aa fi muka irraa ka hojjataman laaluu yookiin dhagayuu, yookiin waaqolee harkaan hojjataman ka deemu'uuf hin dandeenne, waaqeffachuu'llee hin dhiifnne.