Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 12:6 - Waadaa Haarawa

6 dubarttiin'llee gara lafa gammoojji'ii titti dheessitee ni deemitte, achitti'llee guyyoota kuma tokkoof dhibba lamaaf jahaatamaa kunuunssa'aan qabamttee, bakki itti eeggamttu Waaqinni qopheesseefii jira ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Dubartittiin guyyaa kuma tokkoo fi jahatamaa achitti akka isii sooran gara hulee, Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Intalattiin guyyaa kuma tokkoo fi jahaatamaa achitti akka isii sooran gara hulee Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 12:6
10 Referans Kwoze  

«Afaan jecha ufi tuulumma'aatii fi waan arabaa ittiin dubbatu'llee bineensichaa ni kennameef, ji'a afurtamii lamaa aangoo isaatiin akka hojjatu'llee, ni eeyyamameef.


dubarttiin gara bakka lafa gammoojji'ii titti isi'iif qophaayee bararttee akka deemittuuf, koolli lamaan koola risaa ol aana'aa fakkaatu ni kennameef, achitti'llee boficha duranaa fagaattee, woggaa sadihii fi wolakka'aaf kunuunssaan qabamttee ni eeggamitti turtte.


Eegee isaatiin harka sadihi keessaa harka tokkoo urjjiiwwanii sami'ii harkisee gara arddi'ii isaan ni gate, dubarttiin yeroo deetutti ilma isi'ii liqimssu'uuf yaadee, xaraan gara dubarttii dayu'uuf dhiyaatee durana isi'iitiin ni dhaabate,


Kanaan duubatti sheexanni Yesusiin ni dhiiseen, maleyikkoonni'llee dhufanii, ni tajaajilaniin.


Kanaan duubatti maleyikkichi Hafuuraan gara lafa gammoojji'ii ana ni fudhate, gara inni qabu marattuu maqaa arrabaa ka itti barreeffaman, mataawwan torbaa fi gaaffiin kudhanii ka qabu, bineenssa diimaa irra ka teette, dubarttii takka ni arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite