Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 12:5 - Waadaa Haarawa

5 dubarttiin'llee ummata mara ulee sibiilaatiin ta bitu ilma dhiiraa ni deette, ilmi isi'ii garuu gara Waaqaatii fi gara teessoo isaa titti ni fudhatame,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitiif gara teessoo isaa ol fudhatame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitii fi gara teessoo isaa ol fudhatame.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 12:5
14 Referans Kwoze  

Ummattoota ka ittiin dhayu biloofnni qara qabeessi afaan isaatii ni baya, ulee sibiilaatiin'llee isaan ni bita, inni'llee maraa ka danda'u ibisa dheekkamissa Waaqa sodaachisa'aa ka ta'e, bakka cuunffaa woyinni'ii irra ni ijjata,


Isiin'llee ulffa ni turtte, dayu'uuf'llee ciniinsuun qabddeenii sarddamittee ni iyyiti turtte,


Kanaan duubatti nabiyyoonni lamaan, «Garana gara olii ni bayaa!» qoonqqa jedhu ol aanaa sami'ii ni dhagayan, uduma diinonni isaanii isaan laalan'llee, duumessa keessa gara sami'ii ol ni bayan.


Haa ta'u malee, haga yeroo isiin ilma isi'ii deettee titti, isii bira hin geenne, maqaa isaa'llee Yesus jedhee ni waameen.


Ka Kristosii ka ta'e nama tokko ni beeka, naminni kun woggaa kudha afuriin duranatti haga samii sadaffaa titti ni fudhatame, ka fudhatame'llee foon isaa woliin haa ta'uu yookiin hin ta'inii isaa hin beeku, Waaqinni ni beeka.


Gooftaan Yesus kana mara eega isaanitti dubbateen duubatti, gara sami'ii ol ni deebi'e. Mirga Waaqaatiin'llee ni taa'e.


inni'llee gara jaayinataa butamee jecha namaatiin'llee ibisamu'uu fi naminni'llee dubbatamuu hin dandeenne, ni dhagaye.


Xaraan gara arddi'ii akka gadi gatame yeroo argetti, dubarttii ilma deette ni ari'een,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite