Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 12:2 - Waadaa Haarawa

2 Isiin'llee ulffa ni turtte, dayu'uuf'llee ciniinsuun qabddeenii sarddamittee ni iyyiti turtte,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Isiinillee ulfa dayu'uuf ciniinsu'uun qabamtee dhiphatteetitti iyyite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Isiinillee ulfa dayu'uuf ciniinsu'uun qabamtee dhiphatteetitti iyyite.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 12:2
12 Referans Kwoze  

Eegee isaatiin harka sadihi keessaa harka tokkoo urjjiiwwanii sami'ii harkisee gara arddi'ii isaan ni gate, dubarttiin yeroo deetutti ilma isi'ii liqimssu'uuf yaadee, xaraan gara dubarttii dayu'uuf dhiyaatee durana isi'iitiin ni dhaabate,


Yaa ijoolle tiyya! Kristosii isin irratti bocamee haga muldhatutti, deebi'ee waayee keessaniif sarddama ciniinsu'uu irratti ni argama.


Dubarttiin yeroo deetutti guyyaan ciniinssu'uu isi'ii waan gayeef ni gadditi, eega deetteen duubatti garuu biyya lafaa irratti daa'imnni waan dhalateef, gammachuu isi'ii irraa ka ka'een, sarddama isi'ii hin yaadattu.


«Ati ta ijoollee hin deenne dhabdduun, gammadi! ati dayu'uuf miixxee ta hin beekinne, ilili jedhi, dubarttii abbaa worraa qabddu irraa dubarttiin abbaa worraa hin qabnne ijoollee baayi'ee ni qabddi» jedhamee barreeffamee jira.


Kun marri'llee akka sarddama ciniinsu'uu jalqabaa ni ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite