Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 12:16 - Waadaa Haarawa

16 Garuu ardiin dubarttii ni gargaartteen, afaan isi'ii'llee banatteeti xarichi afaan isaatii bishaan tufee jisse, ni xuuxatte.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Laftillee afaan banteeti bisaan jawween afaan ufii keessaa jisse dhugu'uun dubartii san gargaarte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Laftillee afaan bantee bisaan jawween afaan ufii keessaa jisse dhugu'uun intalattii san gargaarte.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 12:16
6 Referans Kwoze  

Isin dursitoota jaamota nana! Waan dhugiddan mara irraayyuu waan akka booke'ee shiikkoo ta'e dhinbiibiddanii ni gattan, waan akka gaalaa gudda'aa ta'e, garuu ni liqimsitan.


Dubarttiin lola'aan akka fudhatamittuuf jedhee bofichi bishaan lagaa bishaan gayu afaan isaatii tufee gara dudda duuba isi'iitiin ni jisse.


Xarichi'llee dubarttii irraatti dallanee fiixaa isi'ii worra hafaniin woliin wol woraanu'uuf ni deeme, isaan'llee ajajoota Waaqaa worra eeggatanii fi Yesusiif'llee amanamumma'aan worra ragaa bayan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite