Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 11:6 - Waadaa Haarawa

6 Isaan raaga ka itti dubbatan guyyoota kanniintti roobinni akka hin roobinneef samii cufu'uuf aangoo ni qaban, akkuma kana bishaanota gara dhiigaa titti jijjiiru'uu fi yeroo barbaadan yeroma kamittuu, balaa bifa kamiitiinuu arddii dhayu'uuf aangoo ni qaban.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, hennaa bisaan gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 11:6
11 Referans Kwoze  

«Ana dhageeffadhaa dhugaa jiru isinitti haa himuu, bara nabiyyicha Eliyaasii titti woggaa sadihii fi ji'a jahaa roobnni roobuu dhabuu isaatiin, biyya marattuu beelli cimaan ta'ee ture, yeroo san biyya Israa'eelii titti abbaan worraa isaanii ka irraa du'an dubarttoonni baayi'een, ni turan.


Maleyikkaan lamaffaa'llee xurunbbaa isaa ka laali'ii ni afuufe, gaara guddaa wonitti fakkaatu bobaya'aa gara garba ciisa'aa titti ni gatame, harka sadihi keessaa harki tokkoon garba ciisa'aa'llee diigaa ni ta'e,


ragaan kiyya lamaan uffata gaddaa uffatanii guyyaa kuma tokkoof dhibba lamaa fi jahaatamaa raaga akka dubbataniif, huminna isaaniif ni kenna.»


Maleyikkaan lammaffaa'llee duloo garba ciisaa irratti ni jisse, garbi ciisaan'llee akka dhiiga nama du'ee ni ta'e, garba ciisaa keessa'llee ni jiraatan ka turan wonittoonni lubbuu qaban marrinuu, ni du'an.


Maleyikkaan sadaffaa duloo laggiinii fi burqqaalee bishaanii irratti ni jisse, isaan'llee diigaa ni ta'an,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite