Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 11:4 - Waadaa Haarawa

4 Isaan Gooftaa arddi'ii durana ka dhaabatan mukkiin ejerssaa lamaanii fi baatuuwwan ibisa'aa lamaan,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Isaan kunniin ejersa lamaaf baattuu ibsa'aa lamaan ka Gooftaa biyya lafaa afoo dhaabatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isaan kunniin ejersa lamaa fi baattuu ibsa'aa lamaan ka Gooftaa biyya lafaa afoo dhaabatan.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 11:4
14 Referans Kwoze  

Harka kiyya ka mirgaa titti ka argite urjjiiwwan torbanii fi dhossaan baattuuwwan worqqi'ii torbanii kana, urjjiiwwan torbban maleyikkoota woldaya amaniti'ii torbaniiti, baattuuwwan torban'llee, woldaya amanti'ii torbban.»


Akka dameewwan muka ejerssaa ka dawo'oo ka ta'an Yihudonni muramanii uduu kufaniitii fi isin akka dameewwan muka ejerssaa ka bosonaa ka taatan, Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne bakka isaanii buutanii, qoodamtoota qabeennaa fi eebba isaanii uduu taatanii,


Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Ibisaa ibisee bakka dhossa'aa ka kaayu, yookiin ginddoo ka itti gonbbisu eennu'llee hin jiru, kana irra namoonni gara keessaa yoo aseenan akka isaatti muldhatutti, ol fageessanii baattuu ibisa'aa irra ni kaayaan.


Kanaaf waan hamaa dhufu mara jalaayyuu bayu'uuf, huminna akka argatanii fi Ilma Namaa durana'llee dhaabachu'uuf akka dandeettan, kadhata'aa yeroo maraa jabaadhaa.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite