Mudhata Yohaannisii 11:1 - Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti ulee akka bikkiinssaaf tajaajililuu ka ooyya'aa tokko naaf ni kenname, akkana'llee ni jedhame, «Ka'i, Mana Waaqaa ka Waaqeffanna'aatii fi furdda isaa'llee bikki, worra achitti Waaqeffatan'llee laakkayi, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Waan ulee fakkaatu ka ittin madaalan naa kennee, «Ka'iitii mana woyyuu Rabbii, waan kennaa irratti dhiyeessanii fi worra achitti sagadanillee bikki» naan jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Waan ulee fakkaatu ka ittiin madaalan naa kennee, «Dhaqiitii mana woyyuu Rabbiitii fi waan ciincaa itti dhiyeessanillee bikki; worra achitti waaqeffatullee laakkayi» naan jedhe. Gade chapit la |
Manni Waaqeffannaa ka Waaqaa waaqolee harkaan hojjatamaniin woliin woliigalttee maal qaba? Waaqinni'llee, «Bakka jireenna kiyyaa ummata kiyya jidduu ni taasisa, isaan woliin'llee ni jiraadha, Ani Waaqa isaanii ni ta'a, isaan'llee ummata kiyya ni ta'an» jedhee akkuma dubbate, nu'u tokkoon tokkoon keenna Mana Waaqeffannaa Waaqa jiraata'aati.