Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 10:9 - Waadaa Haarawa

9 Gara maleyikkichaa'llee dhaqee, «Kitaaba shiikkittii maramttuu kaldho'oo naaf kenni» ni jedheen, «Inni'llee fudhadhuutii nyaadhuun, garaa kee keessatti hadhaayaa ni taati, afaan keetitti garuu akka dammaa titti ni mi'ooftti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammoo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu; garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 10:9
7 Referans Kwoze  

Waayee waan kanaatiin namoota hin ajajaminne irratti, deekkamissi Waaqaa ni dhufa.


Ani'llee kitaabattii maramttuu shiikkittii kaldho'oo maramaa harka maleyikkichaatii fudhadhee ni nyaadheen, afaan kiyyatti'llee akka dammaa titti natti ni mi'ooftte, eegaa nyaadheen duubatti garuu garaan kiyya hadhaayaa ni ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite