Mudhata Yohaannisii 10:5 - Waadaa Haarawa5 Kanaan duubatti garba ciisa'aa fi arddii irra dhaabatee maleyikkichi arge harka isaa ka mirgaa gara sami'ii ol qabeet, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA5 Maleekkaan ani arge, Galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee, Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Maleekkaan ani arge, galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee, Gade chapit la |
«Isin namoota nana maali'iif kana raawwattan? nu'llee akkuma keessan bee namootaa, nu'u asi ka dhufnneef isin waan tasa kana mara irraa fagaattanii, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi wonittoota isaan keessatti argaman mara gara ka uumee, gara Waaqa jiraata'aa akka deebitaniif, oduu Gammachu'uu isinitti himu'uuf,