Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 10:11 - Waadaa Haarawa

11 Kanaan duubatti, «Waayee gosoota baayi'e'eetiif, ummatootaa fi waayee namoota afaan adda addaa dubbataniitii fi waayee nugusotaa'llee, irra deebitee raaga dubbachuu ni qabdda!» jedhamee, natti ni himame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Gosa hedduu fi worra Yihuudotaa hin taane, «Worra Afaan adda addaa qaaqanii fi mootota marattuu deebitee raaga dubbachuu si barbaachisa» jedhamee natti himame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Gosa hedduu fi worra Yihuudotaa hin taane, «Worra Afaan adda addaa qaaqanii fi mootota marattuu deebitee raaga dubbachuu si barbaachisa» jedhamee natti himame.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 10:11
13 Referans Kwoze  

Maleyikkichi'llee akkana naan jedhe, «Bishaanonni sagaagalittuun irra teettee argite, ummatootaa fi namoota, gosootaa, worra afaanota adda addaa dubbatan,


Kanaan duubatti ummatoota arddii irra jiraataniif, gosa, afaanota adda addaa worra dubbatanii fi worra gara garaa maratti dubbachu'uuf wongeela bara baraa ka qabate maleyikkaan bira'aa, samii jidduu yoo bararu ni arge.


Worra adda addaatiif gosoota, afaan adda addaa dubbattootaatii fi ummattoonni, guyyaa sadihii fi wolakka'aaf reeffa isaanii ni laalan, reeffi isaanii akka hin awwaalaminneef'llee ni dhoogan.


Faarfannaa haarawa'llee akkana jedhu'uun ni faarssan, «Dhiiga keetiin gosa maraa fi afaan mara irraa, gosaa isaanii mara irraa fi ummata mara keessaa, namoota Waaqaaf bitu'uuf, ati waan qalamitteef, kitaaba kaldho'oo maramaa fudhachu'uu fi chaaphaawwan'llee banu'uuf, ka siin male taatee jirta.


Ani'llee kitaabattii maramttuu shiikkittii kaldho'oo maramaa harka maleyikkichaatii fudhadhee ni nyaadheen, afaan kiyyatti'llee akka dammaa titti natti ni mi'ooftte, eegaa nyaadheen duubatti garuu garaan kiyya hadhaayaa ni ta'e.


Kanaan duubatti ulee akka bikkiinssaaf tajaajililuu ka ooyya'aa tokko naaf ni kenname, akkana'llee ni jedhame, «Ka'i, Mana Waaqaa ka Waaqeffanna'aatii fi furdda isaa'llee bikki, worra achitti Waaqeffatan'llee laakkayi,


Akkuma kana nugusota torbban, shanan kufanii jiran, tokkochi amma ni jira, kuun amma'llee hin dhufinne, inni yoo dhufe yeroo muraasa qofaaf, turuu qaba.


«Gaafaan argite kurnnan amma'llee nugusota hin moo'in, garuu sa'aatima tokkoofuu bineensichcaan woliin akka moo'aniif, aangoo moo'u'uu ni argatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite