Mudhata Yohaannisii 1:14 - Waadaa Haarawa14 Mataan isaatii fi rifeenissi mataa isaa'llee suufa akka barada'aa fakkaatu adii ni ture, ijji isaa'llee akka arraba ibiddaa ni turan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA14 Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoolaa adi'ii akka barada'aa, ijji isaallee akka arraba ibiddaati. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoola'aa adi'i; akka barada'aa addaata; ijji isaallee akka arraba ibiddaati. Gade chapit la |