Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:9 - Waadaa Haarawa

9 Itti gaafatamaan maleyikkootaa Mikaa'el'llee waayee reeffa Muse'eetiif sheexanaan woliin yeroo mormmetti, «Gooftaan sitti haa baanatu!» jedheen malee, jecha arrabaa itti hin dubbanne.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammoo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teeddeeffatu» jedheen malee, dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teedeffatu» jedheen malee dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:9
16 Referans Kwoze  

Maleyikkoonni isaan irraa huminnaa fi aangoo isaan ka caalan yoma ta'an'llee, Gooftaa duranatti isaan irratti himannaa affan dabriinssaan guutame isaan irratti hin dhiyeessu.


Sami'itti'llee woraanni ni ka'e, Mikaa'elii fi maleyikkoonni isaa xara'aan woliin wol ni woraanan, xara'aa fi maleyikkoonni'llee deebisanii wol ni woraanan. Maleyikkoota isaa woliin'llee wol ni woraanan,


Eebbisaa malee hamaa bakka hama'aatiif, arraba'llee bakka arrabaatiif hin deebisinaa, isin ka waamamittan kana raawwachu'uun eebba dhaalu'uuf,


Qoonqqa ajajaa, qoonqqa itti gaafatamaa maleyikkootaa, xurunbbaan laali'ii Waaqaa'llee ni dhagayama, Gooftaan mataan isaatuu kanniiniin marffamee sami'ii ni bu'a, Kristostti amananii worri du'an'llee durssanii ni ka'an.


Namoonni isa biraan ni dabrran turan'llee mataa isaanii itti raasa'aa, akkana jedha'aa ni arrabisaniin ture, «Hayi, ati Mana Waaqeffanna'aa diigiddee guyyaa sadihitti ka ijaarttu!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite