Durissitootaa teessaniif ajajamaa, aangoo isaanii jala'llee ta'aa, isaan'llee itti gaafatama gaafatamaniin waan qabaniif waayee lubbuu teessaniitiif ni jabaatan, isin yoo ajajamittaniif isaan'llee hujii isaanii gammachu'uun ni raawwatan, kana ta'uu yoo dhabaate garuu hujii isaanii gaddaan ni hojjatan, kun'llee ka isin fayyadu hin ta'u.